
ያነበቡ ልጆች ብዛት :1
Akkamitti gara mana barumsaa deemna?
መግለጫ
Barreessaa Elisabeth Jenny Postlink
Hiikkaa Dr. Oliad Yadessa
Seenessaa Daawit Katamaa
Seensa
Seenaa kana keessatti, daa’imman addunyaa guutuutti argaman gara mana barumsaa deemuuf geejjiboota adda addaa isaan fayyadaman ni daawwanna. Ijoolleen miilaan, biskileetiidhaan, harree irra taa’uun, ykn baaburaan gara mana barumsaa deemuu danda’u.
Free
Free access this course
ሰላም፣ እንኳን በደህና ተመለሱ!


